Tourism Award

Vote for the Best Tour Operator Of the Year
Who delivers the best travel experiences in Oromia? Cast your vote for the top tour operator today! Dhaabbata daawwachiisaa biyya keessaa amantaniif sagalee keessan kennaa! Dhaabbanni muuxannoo imalaa gaarii ta’e Oromiyaa keessatti agarsiise eenyu? Sagalee keessan har’uma kennaa.
Vote for the Best Ecotourism Site of the Year
Help us recognize the most sustainable and breathtaking ecotourism site in Oromia! Cast your vote and support nature conservation. Sagaleen Keessan Gatii Qaba! Iddoo ikootuurizimii Oromiyaa keessatti itti fufiinsa qabuu fi nama hawwata jettanii amantan filadhaa!
Vote for the Best Travel Organizer of the Year
Vote for the Best Domestic Travel Organizer leading sustainable adventures through Oromia’s landscapes. Show your support now! Uumama ni dinqiisiifattuu? Garee qophesitotaa imalaa teessuma lafa Oromiyaa keessa naanna’uudhaan dinqiiwwan Oromiyaa isiniif qoode filadhaa. Deeggarsa keessan agarsiisaa!
Vote for the Best Travel Vloggers of the Year
Who’s capturing Oromia’s magic through social media? Cast your vote for the most engaging vlogger! Ogeessa viidiyoo tuuriziimii cimaadha jettaniif sagalee kennaa! Namoota suur-sagalee dhimma tuuriziimiirratti hojjechuun miidiyaa hawwaaasummaa irratti isiniif qoodan keessaa eenyuutu qaqqabamummaa guddaa qaba? Sagalee keessan kennaa!
Vote for the Best Tourism Photographer of the Year
Help recognize the photographer who best captures Oromia's beauty through stunning photos! Isiniif Ogeessi Suuraa Tuuriziimii Cimaan eenyu? Ogeessa suuraawwan mimmiidhagoo kaasuudhaan qabeenyi Oromiyaa akka beekamu taasisee fi deeggarsa taasiseef beekamtii kennaa!
Vote for the Best MICE City of the Year
Which city excels in hosting top-notch meetings and events? Vote now for the city leading business tourism! Magaalaa MICE’dhaf mijattuudha jettanii yaaddaniif sagalee keessan kennaa! Magaalaan sagantaawwanii fi Jilawwan garaagaraa ga’uumsa olaanaatiin keessummeessite eenyu? Magaalaa tuuriziimii gama Kanaan dursiteetti jettaniif sagalee keessan kennaa!
Vote for the Best Local Tour Guide of the Year
Which local guide offers the most authentic travel experiences? Cast your vote to support their incredible work! Daawwachiisaa dhuunfaa jaallattaniif sagalee keessan kennaa! Daawwachiisaan daawwannaa keessan akka jaallattanii fi kan yeroo hundaa yaadattan taasise eenyu? Sagalee keessan kennuudhaan deeggarsa taasisaa!
Vote for the Best Ranger of the Year
Vote for the Best Ranger. Show your support for the ranger protecting our parks and wildlife. Vote now for the ranger making a difference! Reenjerii cimaa filadhaa! Reenjerii paarkiiwwanii fi qabeenya bosonaa keenya kunuunsuu fi eeguudhaan filatamaadha jettanii yaaddaniif sagalee keessan kennaa!
Vote for the Best 3-Star Hotel of the Year
Which 3-star hotel has captured your heart? Cast your vote and support the best in comfort and service! Hoteela Filatamaa Abbaa Urjii 3 Filadhaa! Hoteela Abbaa Urjii 3 ta’uudhaan kan yaadannoo turtii keeessanii miidhagse isa kami? Mijannaa kenna tajaajilaatiin hoteela dinqisiifattaniif sagalee keessan kennaa!
Vote for the Best Travel TV Show of the Year
Cast Your Vote for the Best Travel TV Show! Which show inspires you to explore Oromia’s wonders? Vote for your favorite travel show today! Qophii Imalaa TV'n darbu keessaa Filatamaan isiinif isa kami? Agarsiisni imalaa isin kakaasuun Oromiyaa akka daawwattan taasise isa kami? Agarsiisa imalaa Tv jallattaniif sagalee kennaa!
Vote for the Best Cultural Content of the Year
Honoring Cultural the best Storytellers voices that preserve heritage and spark imagination. Celebrate creativity and cast your vote for your favorite storyteller today! Nama Aadaa fi seenaa Oromoo bifa hawwataa ta'een karaa miiidiyaaa hawaasaa dhiyeessaa ture jettanii yaaddan asii filadhaa!
Vote for the Best Destination of the Year
Cast your vote today and honor the breathtaking beauty of Oromia’s landscapes, culture, and heritage. Support the tourism destination you cherish most and let your voice shine in shaping Oromia’s tourism future!Bakkee Hawwata Tuurizimii Oromiyaa keessaa ati jaallattu filadhu!
Vote for the Best Stopover Dest. of the Year
Vote now for the Best Stopover Destination of the Year! Celebrate the places that inspire travelers and showcase Oromia’s charm. Your choice matters make your voice heard today! Iddoowwan gahiinsa dhaabbii hawatoo waggaa kanaa imaltoota daawwiif kakaasanii fi hawwatummaa oromiyaa agarsiisan jettee yaaddu filadhu!
Vote for the Best Travel Tech Sol. of the Year
Cast your vote today and be part of the excitement! Tell us which tourism tech solution makes your journey smoother and more memorable. Your choice matters help shape the future of travel in Oromia! Ammuma Filadhaa! Damee Teekinooloojii Tuuriziimiitiin hojiin Teekinooloojii imala keessan mijataa taasisee fi isin gammachiise isa kami? Ammuma Filadhaa!
Vote for the Best Destination Music Video of the Year
Give your vote! Which of the Musical Works at Tourist Attractions did you like this year? give your vote! Sagalee keessan kennaa! Hojiiwwan Muuziqaa bara kana bakkeewwan Hawwata tuuriziimiirratti hojjetaman keessaa kamiin Jallattan? sagalee keessan kennaa!
Vote for the Best Souvenir of the Year
Which souvenir shop inspires you the most? Cast your vote today. Dukkaana meeshaalee harkaa naannoo keenya keessaa ati jaallattu filadhu.